Shaggaritti Duulli Biqiltuu Dhaabuu Gaggeeffamaa Jira

Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaalee Magaalaatti hundatti kutaaleen hawaasaa garaagaraa guyyaa har’aa akka biyyaatti duula biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuurrattii hirmaachuu eegaleera.

Yeroo ammaa naannawaalee dhaabbii biqiltuuf qophaa’anitti hawaasni duuluun saganticharratti dammaqinaan hirmaachaa jiraachuu ragaan komjnikeshini imagaalattiirraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment