Finfinnee, Mudde 7, 2016 (FBC)- Shaashamannee, Kutaa Magaalaa Allacheetti boombii balfa keessaa dhoheen lubbuun daa’immaan lamaa darbe.
Balaan kunis boombii balfaa keessatti gatamee tureen qaqqabuu Itti Gaafatamaan Bulchiisaa fi Nageenyaa Magaalaa Shaashamannee Obbo Waarisoo Woyyisoo ibsaniiru.
Daa’imaan lama umriin isaanii sagalii wayita pilastikaa Haayilaandii funaanan balichi irra ga’uu OBN gabaaseera.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.