Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa aanaalee Godina Jimmaa guyyoota 8’f gaggeeffamaa ture xumurame

Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa Aanaalee Godina Jimmaa magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa ture olaantummaa Aanaa Nadhii Gibeen xumurameera.

Shaampiyoonaa aanaalee Godina jimmaa 21 hirmaachisuun gosoota ispoortii aadaa 8tiin magaalaa jimmaatti gaggeeffamaa ture har’a xumurameera.

Aanaan Nadhii Gibee shaampiyoonaa dorgommichaa yoo ta’uu,
Argisiisa aadaatiin ammoo aanaan Gommaa injifachuu ibsameera.

Tamasgeen Allebbaachowutu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment