Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Seenaan abbootii keenya bilisummaa fi ulfina ilma namaatiif gootummaan kufanii lammiileen Itiyoophiyaa addunyaa irratti akka boonan taasisuu Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ibsaniiru.
Aadde Adaanach Siidaa duultoota Gootoota Itiyoophiyaa Kooriyaa Kibbaa Magaalaa Chuunchoonitti argamutti abaaboo kaa’aniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.