Saraarri olaanaan humna daddabarsa Garaagra hanga Gaashanaatti jiru suphamaa jira

Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC)- Saraarri olaanaan humna daddabarsa Garaagra hanga Gaashanaatti jiru suphamaa jiraachuu Tajaajilli Humna Elektiraa Ityoophaa beeksiseera.

Sadaasa 23, 2014 irra eegalee sakattoo gaggeeffameen saraara daddabaarsarra miidhaan qaqqabuu adda baafameera.

Iddoowwan miidhaa olaanaa itti qaqqaban keessaayis godina Walloo Kaabaa aanaa Waadilaa jalatti kan argamtu ganda Aribiititti saraarootarra dhiibbaan qaqqabuu ibsameera.

Saraaroota dhiibbaan irra ga’eetti suphaan taasifaamuu eegaluu ragaan tajaajilicharra argamee ni muul’dhisa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

Comments (0)
Add Comment