Finfinnee, Caamsaa 3, 2016 (FBC) – Sagantaan Xomboraa ibsuu Olompikii Paaris 2024 mata duree ‘Itiyoophiyaan haa dorgomtu, dorgomtees haa injifattu’ jedhuun Magaalaa Boongaatti gaggeeffameera.
Sagantichaarraatti Pireezidaantiin Fedeereshinii Atileetiksii Itiyoophiyaa Gargaartuu Koomishinaraa Atileet Daraartuu Tulluu ,Pireezidaantii Koree Olompikii Itiyoophiyaa Dooktar Ashaabir Waldagoorgiis fi Qondaaltoonnii olaanoo Mootummaa Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Itiyoophiyaa argamaniiru.
Sagantaan Xomboraa ibsuu Olompikii Paaris 2024 kun kana dura Magaaloota kanneen akka, Bishooftuu ,Maqalee, Dasee fi Samaraatti gaggeeffameera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.