Sagantaan Sirna galateeffaannaa fi Eebba kitaaba seenaa Dooktara kabajaa Artisti Alii Birraa hoteela Iskaayi Laayititti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Amajjii 30, 2013 (FBC) – Sagantaan Sirna galateeffaannaa fi Eebba kitaaba seenaa Dooktara kabajaa Artisti Alii Birraa hoteela Iskaayi Laayititti gaggeeffamaa jira.
Sirna galateeffannaa kanarratti preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimmallisa Abdiisaa, Eetaamaajoorri waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Jenaraal Birhaanuu Juulaa, Ajaja Olaanaa Humna Qilleensaa FDRI Meejar Jenaraal Yiilmaa Mardaasaa, Leetanal Jenaraal Baacaa Dabalee dabalatee hooggantoonni hojii olaanoo mootummaa naannoo Oromiyaa fi federaalaa argamaniiru.
Artiist Alii Birraan sirboota Afaan Oromootiin alattti afaanoota Somaalee, Affaar, Hararii fi Amaariffaan akkasumas afaan Sudaaniin sirbuun saboonni caalaatti akka wal baran shooraa olaanaa bahataniiru.
Fuula feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa yuutyuubii keenyan nu hordofuuf fbc afaan oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna!
Comments (0)
Add Comment