Sagantaan nyaata addunyaa balallii 2ffaa Finfinnee gara Maqalee taasiisuufi

Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Sagantaan nyaataa addunyaa balallii 2ffaa Finfinnee gara Maqalee taasiisuufi jedhame.
Dhaabbatichi balallii 2ffaa Buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Boolee gara Maqalee taasiisuuf ta’uu himameera.
Erga mootummaan Ityoophiyaa tarkaanfii dhukaasa dhaabuu gamtokkee taasiisee as Sagantaa Nyaata Addunyaa balallii 2ffaa Buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Boolee gara Maqalee taasiisuuf qophii ta’uu ibsaniiru.
Balallii marsaa 2ffaa kanaan nmoonni dhuunfaa fi hojjettoonni deeggarsa namoomaa 30 ol ta’an hammatamuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment