Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC)- Sagantaan mata duree ‘kabajaa biyyoolessaaa tokkummaan’ jedhun Ityoophiyaanoota bebeekamoon sochiin eegalee iddoowwan garagaraatti gaggeeffameera.
Sochichi magaalichatti iddoowwan garagaraatti wayita gaggeeffamuu dhadannoowwan adda adda harka keessan Ityoophiyaarra kaasaa, har’as akka kaleessaa birmadummaa biyya itti fufsiisna, hidhoonni keenya nu guutuu Ityoophiyaan ni jijjiirramti, dhimma Ityoophiyaa giddu hin seeniinaa, birmadummaa keenya kabajaa fi kanneen biroo dhageessisaniiru.
Suraan:- Fuuloota miidiyaa garagaraarrayi
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.