Sagantaan leenjii hoggansa olaanaa baatii ja’aaf kennuuf kaayyeeffate ifoome

Finfinnee, Adoolessa 16, 2016 (FBC)- Inisheetiivii Koodaroota Miiliyoona 5 eegalchiifamee cinaatti leenjiin hoggansa olaanaa baatii ja’aaf kennuuf kaayyeeffame ifoomeera.

Leenjichi hoggansa olaanaa dhaabbilee mootummaa garaagaraarraa baba’aniif kennuuf kan kaayyeffate ta’uun ibsameera.

Leenjichi walta’iinsa mootummaa Itiyoophiyaa fi Gamtaa Emereetota Arabaan kan kennamu ta’uun eeramuu ragaan Waajjira Ministira Muummeerraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment