Sagantaan duula qonna magaalaa dargaggootaa biyyaalessaa eegalchiisuu gaggeeffamaa jiraachuu ibsame

Finfinnee, Bitootessa 28, 2014 (FBC) – Sagantaan duula qonna magaalaa dargaggootaa biyyaalessaa eegalchiisuu magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Booleetti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.

Saganticharratti miseensonni liigii dargaggootaa naannolee fi bulchiinsa magaalota hirmaachuu ibsameera.

Sagantichi mata duree “soorata koo boroo koorraa” jedhuun gaggeeffamaa jiraachuu fi saganticharratti miseensonni koree hojii raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa Dooktar Alamuu Simee fi obbo Mallas Alam argamuu ragaan Waajjira Paartii Badhaadhinaarraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment