Sagantaan Cufiinsa Goobee fi Shinooyyee gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC) – Sagantaan Cufiinsa Goobee fi Shinooyyee Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.

Sirni Goobee fi Shinooyyee bara kanaa Magaalaa Finfinnee fi Shaggaritti haala hoo’aa ta’een gaggeeffamaa tureera.

Sagantichi har’a Gola Hambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa hanga Galmaa Aadaa Oromootti sirna Goobee fi Shinooyyee gaggeessuun cufama jedhame.

Suuraan:-TOI

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment