Finfinnee, Eebla 23, 2015 (FBC)- Sagantaan beeksisaa fi galii walitti qabuu Kitaaba Dhaloota Ida’amuu Dirree Dhawaatti gaggeeffamaa jira
Waltajjicharratti Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar dabalatee abbootiin qabeenyaa fi keessummoonni biroon argamuu ragaan kominikeeshinii magaalichaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.