Sagantaan beekkamtii kennuu kaffaltoota gibiraa marsaa 5ffaan gaggeeffamuufi

Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Sagantaan beekkamtii kennuu kaffaltoota gibiraa marsa 5ffaan Onkoloolessa 1, 2016 kan gaggeeffamuu ta’uu Ministeerri Galiiwwaanii beeksiisee.

Sagantichaan ilaalchisuun Ministirri Ministeera Galiiwwaanii Aadde Ayinaalam Niguusee fi Komishinarri Koomishinii Gumruukaa Dabalee Qaabataan waloon ibsa kennaniiru.

Sagantaa galatteeffanaa fi beekkamtii kennuu kanaan kaffaltoonni gibiraa 500 ni galateeffamu jedhan.

Sagantichi Onkololessa1, 2016 Masaraa Mootummaatti kan gaggeeffamuu ta’uu TOI gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment