Sagantaan Badhaasa nama Gaarii 11ffaan Qaammee 5, 2015 ni gaggeeffama

Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Sagantaan Badhaasa nama Gaarii 11ffaan Qaammee 5, 2015 kan gaggeeffamu ta’uu Dhaabbanni Badhaasaa Nama Gaarii beeksiise.

Bara kana kaadhimamtoonni 27 marsaa xumuraaf ga’uu isaanii ibseera.

Badhaasichi dameewwan 10 kan laatamu yoo ta’uu Barnootaa, Saayinsii, Aartii, Tola Ooltummaa, Daldalaa fi hojii uumuun isaan jajjaboo ta’uu eerameera.

Mintasinoot Mulgeetaatu gabaase.

Comments (0)
Add Comment