Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Sagantaan Afxiraa guddaan daandiirraa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Sagantaa kanarratti lammiileen kumaatamatti lakkaa’aman hirmaataniiru.
Saganticharratti dhalattoonni Ityoophiyaa fi Ityoophiyaanoonni akkasumas michuuwwan Ityoophiyaa waamicha Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad mata duree “ Salaata Iid Guddicha Ityoophiyaatti” jedhuun taasisaan fudhachuun argamaniiru.
Abraaham Faqqadaatu gabaase
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.