Sagantaa Ashaaraa Magariisaatin hanga ammaatti biqiltuun biiliyoonni 18 dhaabbate-Dooktar Abiy

Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Sagantaa Ashaaraa Magariisaatin hanga ammaatti biqiltuun biiliyoonni 18 dhaabbachuu Muummeen Minstiraa Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.

Dooktar Abiy Ahimad fuula Twiitara isaaniin akka ibsanitti, sanagataa Ashaaraa magaarisaa bara Faranjoota 2019 waggoota afuur keessaatti biqiltuwwan biiliyoona 20 dhaabuuf karoorfamee eegalamuu ibsaniiru.

Sagantichaan waggoota sadeen darban keessaatti waliigala biqiltuu biiliyoonni 18 dhaabbachuudha kan beeksisan.

Kunis waggaa waggaatti kan karoorfameen ol galmaan gahuun danda’aameera jedhaniiru.

Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment