Finfinnee, Bitootessa 5, 2013 (FBC)- Sagantaa Ashaaraa Magariisaa marsaa 3ffaa ganna dhufuu gaggeeffamuuf qophiin biqiltuu taasifamaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.
Sagantaa dhaabbii biqiltuu bara kana raawwachuufis naannoleef bajaanni Birrii miiliyoona 60 qabameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.