Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC)- Jala Bultii Guyyaa Saboota, Sablammootaa fi Ummatoota Itiyoophiyaa 18ffaa, Sadaasni 27 “Guyyaan Waloomaa” sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira.
Guyyaan sabaa fi sablammootaa baranaa mata duree “Heedummanaa fi walqixxummaa tokkummaa biyyaalessaaf” jedhuun Magalaa Jigjigaattii Kabajama.
Jala bultiin kabaja guyyichaas Sadaasa 25 irraa eegalee moggaasa garaagaraan kabajamaa kan jiru yoo ta’u, har’a “Guyyaan Waloomaa” sagantaalee garaagaraatiin kabajamee oola jedhameera.
Dassaalanyi Abarraa fi Malaakuu Gaddifiin
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.