Sababa haala qilleensaan balalliin gara Goondarii fi Bahaar Daaritti taasiifamu gufachuu ibsame

Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) – Sababa haala qilleensaan balalliin gara Goondarii fi Bahaar Daaritti taasiifamu gufachuu Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa beeksise.

Sababa haala qilleensaa cimaan muudateen balalliin Baahirdaarii fi Goondaritti taasiifamu gufachuu Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa ibseera.

Daandiin qilleensichaa imaltoota garasitti imaluuf qophiirra turan dhiifama gaafachuun, dhimmicha ilaalchisee odeeffannoo wayitawaa maamiltootaf kan qaqqabsiisu ta’uu eeruu isaa ragaan Daandii Qilleensaa Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment