Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Saa’ud Arabiyaatti Ityoophiyanoota mana amala sirreessaa keessaatti argaman ilaalchisee mariin gaggeeffameera.
Saa’ud Arabiyaatti ergamaan adda fi Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Leencoo Baatii Ministeera dhimma alaa Saa’ud Arabiyaatti Ministir Deettaa Ministeera dhimmoota Afrikaa Ambaasaaddar Ahimad Qaxaanii fi Saa’ud Arabiyaatti ministir deetta Ministeera dhimmoota Qonsilaa Ambaasaaddar Taamiimaa Al Dooriis waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniitin dippiloomaasii biyyoota lamaanii, dhimmoota naannoo, akkasumas lammiilee Ityoophiya mana amalaa sirreessaa Saa’ud Arabiyaatti argaman irratti mari’achusanii ragaan Saa’ud Arabiyaatti Imbaasii Ityoophiyaarra argamee ni muul’dhisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.