Sa’aa 24 darbetti namoonni 499 vaayrasii koroonaatin yoo qabaman, lubbuun namoota 6 darbeera

Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Sa’aa 24 darbetti namoonni 499 vaayrasii koroonaatin yoo qabaman, lubbuun namoota 6 darbeera.
Sa’aa 24 darbeen qorannaan laabraatoorii 5201 hojjetameera.
Haaluma kanaan namoonni qorannaadhan vaayrasichi irratti argame 104427 qaqqabeera.
Har’a kan dandaamatan 390 yoo ta’an, waliigalaan 64983.
Waliigalaan lakkoofsi namoota lubbuu isaanii dhaban 1607 ga’eera.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Comments (0)
Add Comment