Roobni Waqtii Arfaasaa Baatiwwan Eebilaa fi Caamsaa cimee itti fufa – IRHI

Finfinnee, Bitootessa 27, 2016 (FBC) – Roobni Waqtii Arfaasaa Baatiwwan Eebilaa fi Caamsaa keessa kutaalee biyyattii garaagaraatti cimee kan itti fufu ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa.
Haaluma baatiwwan Arfaasaa lamaan darbaniin Baatiwwan Eebilaa fi Caamsaa keessa Roobni kutaalee biyyattii adda addaatti cimee akka fufu ragaaleen kan mul’isu ta’uu himeera.
Naannawaan Kibbaa fi Kibba Bahaa Rooba idilee fi idileen olii kan qabaataan ta’uu himeera.
Akkasumas walakeessi Lixaa, Kaabni Bahaa fi kutaaleen Baha Itiyoophiyaa Rooba Idilee fi idileen olii argachuu akka danda’an himuu TOI gabaaseera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment