Reeffi Aagituu Guddataa Magaalaa Finfinnee gale

Finfiinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Itti aantuun kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee, Sadarkaa Itti aanaa Kaantibaa magaalaa Finfinneetti Qindeessaan Dhaabbilee Kenniinsa Tajaajilaa Mootummaa obbo Zhaanxiraar Abbay dabalatee hoggantoonni hojii olaanoo mootummaa akkasumas maatiin ishee buufata xiyyaara idil addunyaa Booleetti argamuun reeffaa Aagituu Guddataa simataniiru.
Xaaliyaan keessatti baaduu aannan Re’ee horsiifturraa oomishtuun kan beekamtu baqattuun Ityoophiyaa Aagituu Guddataan ajjeefamuun ishee ni yaadatama.
Aagituun bara Faranjootaa 2010 gara Xaaliyaanitti baqachuun ishee ragaan ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment