Rayyaan Ittisa Biyyaa manneen harka qalleeyyiif ijaarsise dabarse

Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC) – Rayyaan Ittisa Biyyaa manneen harka qalleeyyiif Birrii miiliyoona 259’n ijaarsise dabarseera.

Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Nifaas Silki Laaftootti gamoo manneen waliin jireenyaa ijaarsi isaa xumurame harka qalleeyyii 64’f dabarseeera.

Manneen jireenyaaf kan oolan 64 fi daldalaaf kan tajaajilan 32 Birrii miiliyoonaa 259’n buusii miseensota Raayyaa Ittisaarraa walitti qabameen ijaarame har’a dabarseera.

Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisaa Dooktar Abrahaam Balaay manneen kanneen tajaajilamtootaaf dabarsuu ragaan Raayyaa Ittisaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment