Rasaasni KilaashIii fi Bireenii seeraan alaa kumni 25 ol to’atame

Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Rasaasni KilaashIii fi Bireenii seeraan alaa garee shororkeessaa Shaneef darbuuf ture kumni 25 fi 335 ol to’atamuu Komishiniin Poolisii Oromiyaa beeksiiseera.

Rasaasni Kilaashii kumni 21 fi 210 fi kan Bireenii kumni 4 fi 125 Komishiniin Poolisii Oromiyaa ibseera.

Dabalataan iddoo Amboo Baabichaa jedhamuttis Rasaasni Kilaashii kumni 3 shaneef daddafbuuf yaalii taasiifamaa ture to’atamuu ibsameera.

Maddi:- TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment