Rakkoowwan naannoo Tigraayitti muudatan furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu ibsame

Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC)- Rakkoowwan naannoo Tigraayitti muudatan furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu mana maree federeeshiniitti koreen dhaabbii dhimmoota deemokraatawaa tokkummaa, barsiisummaa heera mootummaa fi ijaarsi nageenyaa ibseera.

Hojii gaggeessaan olaanaa bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay Abrahaam Balaay, nageenya naannichaa mirkaneessuuf rakkoowwan furuuf koreechaa waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniitin koreen dhaabbichaa rakkoowwan naannichaa waaraan furuuf bulchiinsa yeroo naannichaaf deeggarsaa taasisuuf xiyyeeffaannoo laachuun akka hojjetaan ibsaniiru.

Maddi:-TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment