Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Raayyaan Ittisaa, Poolisiin Federaalaa fi qaamoleen nageenya waliin ta’uun adda Waraanaa Walloon gaara tursiimoo lolaaf murteessaa ta’e juuntaan qabatee ture gadhisiisuu ibsameera.
Miseensonni kunneen qindoominaan Godina Kibbaa Walloo aanaa Warra Baabbuu Gaara Gohaa garee shororkeessaa ABUT harkaa baasuu ibsameera.
Garichi bakka ga’e hundatti qabeenya uummataa saamaa fi barbadeessaa turuu ragaan Poolisii Federaalaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.