Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) –Raayyaa Ittisaa dirqama isaa ga’umsaan bahatuu fi jaalala biyyaa qabu Raayyaan Itiyoophiyaa fakkaatu ijaaramuu Itti Aanaan Itaamaajoorii Waliigalaa Humna Raayyaa Ittisaa Jeneraal Ababaaw Taaddasaan ibsan.
Jeneralaan Ababaaw Hoggantoota sadarkaa gadii Giddugala Leenjii Ajaja Komaandoo Humna Qilleessatti leenji’anii bahan waliin dhimmoota waqtaawaarratti mari’ataniiru.
Yaaliin diinoonni keessaa fi alaa biyya diiguuf taasiisaa turan wareegamaa fi guutummaa Raayyaa Ittisaan fashalaa’uu eeraniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.