Raayyaan Ittisaa dahoo xumuraa nageenyaa ta’uu isaan ummata fi biyya keenyaaf yeroo kamiiyyuu ni hojjenna – Fiild Maarshaal Birihaanuu Juulaa

Finfinnee, Gurraandhala 20, 2014 (FBC) – Qajeelchi Waliigala Humna Qilleensa Ityoophiyaa balaliiftoota, Teeknishaanootaa fi Poolisii qilleensaan leenjisaa ture ni eebbisiiseera.

Raayyaan Ittisaa dahoo xumuraa nageenyaa ta’uu isaan tasgabbii ummataa fi biyya keenyaaf yeroo kamiiyyuu ni hojjenna jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiild Maarshaal Birihaanuu Juulaan sirna eebbichaarratti argamuun haasawa taasiisan.

Akkasumas wayita duula birmadummaa fi duula sabdaneessaatti miseensota gumaacha olaanaa bahataniif beekmatii laachuu fi hoggantoona olaanoof ammoo Guddina gulaantaa ni kenna jedhame.

Qajeelchichi guyyaa har’aa Miseensota damee balaaliisummaa, Teeknishaanaa fi Poolisii qilleensaan leenjisaa tura magaalaa Bishooftootti ni eebbisiisa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment