Finfinnee, Eebla 27, 2015 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaatti Ajajni Kibbaa horsiisee bultoota Godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa taasiseera.
Mindaafi nyaata isaanii irraa hir’isuun marsaa 2ffaaf nyaata daa’immanii kuntaala 200, uffataafi kophee deeggarsa taadiisuu Itti Gaafatamaan Loojistiksii Koloneel Ayyalaa Tikkuyyee himan.
Bulchaan Godina Booranaa Obbo Abdisalaam Waariyoon deeggarsa Raayyaan Ittisaa Biyyaa marsaa 2ffaa taasiseef galateeffachuu ragaan Waajjira Kominikeeshiniin Godina Booranaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.