Raayyaan ittisa biyyaa yeroo kamiyyu mo’ataadha-qulqulleessa odeeffaannoo labsii yeroo ariifachiisa

Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)- Gaachana uummataa Ityoophiyaa kan ta’ee rayyaan ittisa biyyaa yeroo kamiyyu mo’ataa ta’uu qulqulleessa odeeffaannoo labsii yeroo ariifachiisa beeksiseera.

Raayyichi garee shororkeessaa ABUT irratti olaantummaa seeraa kabachiisuuf dirqamaa itti laatamee sirnaan ba’uu ibsameera.

Qulqulleessi odeeffaannoo labsii yeroo ariifachiisa fuula miidiyaa hawaasasaarratti ibsa baaseen, raayyaan ittisa duula gaggeesseen haleellaa gareen shororkaa ABUT irratti raawwatee aarsaa hedduun kaffaluu yaadachiiseera.

Gareen shoroorka ABUT ololaa sobaa bareen karaa garaagaraatin  maqaa raayyaa ittisa biyyaa balleessuuf yaalii taasisuus raayyichi seeraaf kan bitamuu ta’uusaan uummataarratti dhukaasuu dhaabuun aarsaa ta’uu filateera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment