Raayyaan Ittisa Biyyaa Namoota 4’f beekkamtii Kabajaa Miseensummaa kenne

Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa Namoota 4’f beekkamtii Kabajaa Miseensummaa kenneera.

Haaluma kanaan Balaay Mangashaa,Ustaaz Jamaal Bashir, Mahammad Biin Mahammad Al Aruusii fi Gaazexxessaa fi Barreessaa Wubisheet Taayyeef beekkamtichi kennamuun ibsameera.

Comments (0)
Add Comment