Raayyaan Ittisa Biyyaa buufata xiyyaaraa Humaraa to’ate

Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa gareen saamtuu Juntaa ABUT diina wajjiin qindaa’uun kaayyoo badiif itti fayyadamuuf kan ture buufata xiyyaara Humaraa guutumaa guututti to’annosaa jala oolcheera.

Raayyaan Ittisa Biyyaa gareen ABUT miidhaa irraan ga’e ofirraa qolachuun hojii deebisanii haleeluu raawwachuudhaan Daansharraa eegalee iddoo heedduu to’ateera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.

Comments (0)
Add Comment