Raayyaan ittisa biyyaa Ityoophiyaa akka fakkatuu fi teknooloojiin kan deggaramee akka ta’uuf hojiiwwan garagaraa hojjetama jira-Jeneraal Birhaanuu Juulaa

Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)- Raayyaan ittisa biyyaa Ityoophiyaa akka fakkatuu fi teknooloojiin kan deggarame akka ta’uuf hojiiwwan garagaraa hojjetama jiraachuu Eetaamaajoorri waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Jenaraal Birhaanuu Juulaa himaniiru.
Jenaraal Birhaanuu Juulaan miseensii fi hoggansii olaanaa raayyaan ittisa biyyaa saba fi sablammoota Ityoophiyaa akka fakkatuufii haala waliin akka ammayyaa’uuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu ibsaniiru.
Jenaraal Birhaanuu daraggoonni jijjiirramicha booda gara raayyaatti dabalamaa jiraachuu ibsaniiru.
Raayyaa ittisa biyyaa biyyatti keessaa filuun, siyaasarra bilisa kan ta’anii fi ogumma isaaniif jalalaa fi kabajaa qaban ga’oomsuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Maddi:-TOI
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment