Raayyaan Ittisa biyyaa gaachana nageenya keenyaati- Jiraattota Godina Harargee Lixaa

Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)- Hiriirri Deeggarsa Rayyaa Ittisa biyyaa fi balaaleeffannaa garee TPLF Godina Harargee Lixaatti gaggeeffame.
Hiriirri Aanaalee godinichaa fi Bulchiinsa magaalaa hirmaachisu kun birmadummaa biyya keenyaa eegsisuuf nuti lammiileen tokkummaan dhaabbanna jechu isaani OBN gabaasera.
Raayyaan Ittisa biyyaa gaachana nageenya keenyaati, TPLF immoo diina lammiilee Itiyoopiyaatti jechun garee shororkeessaa balaalleffataniru.
Gooticha Raayyaa ittisa biyyaa deeggarsaan bira jirra jedhan hirmaattonni.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment