Raayyaa Ittisa Biyyaa Cina hiriiruun kan  isaan boonse ta’uu Atileetonni ibsan

Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Raayyaa Ittisa Biyyaa Cina hiriiruun adda waraanaatti duuluun kan  isaan boonse ta’uu Atileetonni Gazzaany Abarraa, Fayisaa Leellisaa fi Maarqoos Gannatii ibsan.

Atileettonni Kunneen Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa hiriiruun diina barbadeessuu ibsameera.

Hanga dhumaatti raayyaa ittisa biyyaa cinaa hiriiruun wareegama kaffaluu qaban kaffaluuf qophii ta’uu ibsuu isaanii ragaan Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaarraa argame ni muul’isa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment