Raawwiin Ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddicha %78.3 qaqqabe

Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Raawwiin Ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaa %78.3 qaqqabuu Ministeerri Bishaanii, Jallisii fi Inarjii ibseera.
Ministeerichi hojiiwwan ijaarsa hidha haaromsaa guddichaa baatiwwan jahaan raawwataman irratti ibsa laateera.
Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan akka ibsanitti, ijaarsi hidhichaa raawwii hojiiwwan Siiviil %91 qaqqabeera jedhan.
Raawwiin ijaarsa hidhicha waliigalaa %78.3 qaqqabuu ibsameera.
Yeroo itti aanuufis guutinsa bishaanii marsaa 2ffaa milkeessuuf akka hojjetuu ibsameera.
Maddi:-TOI
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment