Raashiyaatti fooramiin biizinasii Ityoophiyaa ilaalchisuun gaggeeffame

Finfinnee, Sadaasa 23, 2013 (FBC) – Raashiyaatti fooramiin biizinasii Ityoophiyaa ilaalchisuun gaggeeffameera.
Fooramicha Raashiyaatti imbaasii Ityoophiyaatu qopheesse.
Fooramichi invastimantii Ityoophiyaa jiran beeksisuuf kan kaayyeeffatedha jedhameera.
Dabalataanis, hariiroo biizinasii biyyoota lameenii cimsuurratti kan xiyyeeffatedha.
Raashiyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Alamaayyoo Taganuu hirmaattoota fooramichaaf invastimantii mijataa Ityoophiyaa jiran irratti ibsa laataniiru.
Ministirri Deettaan Dhimma Alaa aadde Tsiyoon Taklee gama isaaniin invastimantii daldalaa Ityoophiyaatti argamanirratti ibsa laataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment