Raashiyaan Yuukreenitti meeshaa waraanaa Niwukleraa fayyadamuuf fedhii akka hin qabne ibsite

Finfinnee, Eebila  28, 2014 (FBC) – Raashiyaan Yuukreenitti meeshaa waraanaa Niwukleraa fayyadamuuf fedhii akka hin qabne Ministeerri Dhimma Alaa Raashiyaa beeksiseera.

Dubbii Himaan Ministeerichaa Aleeks Zaayseev gaazexeessitootaaf akka ibsanitti, Raashiyaan duula loltummaa Yuukreenitti taasiftuuf karoora meeshaa waraanaa Niwukleeraa fayyadamu hin qabdu jedhaniiru.

Ameerikaa dabalatee biyyoonni meeshaa Niwukleraa qaban Raashiyaan qajeeltoo Niwukleraa akka kabajju ni mirkaneessinaaf jedhan dubbii himichi.

Maddi:-CGTN

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment