Raashiyaan talaallii vaayrasii koroonaa kan jalqabaa faayiddarra akka oolu murteessite

Finfinnee, Hagayya 5, 2012 (FBC) – Raashiyaan talaallii vaayrasii koroonaa kan jalqabaa faayiddarra akka oolu murteessite

Preezdaantiin Raashiyaa Vilaadimeer Puutiin addunyaarratti talaallii vaayrasii koroonaa kan jalqabaa faayidaarra akka oolu murteessu beeksisaan.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Comments (0)
Add Comment