Raashiyaan Humna waraanaan Magaalaa Yuukreen Keersan to’atte

Finfinnee,Gurraandhala 24, 2014 (FBC) – Raashiyaan Duula addaa Yuukreenirratti gaggeessaa jirtu guyyaa 7ffaan magaalaa Keersan to’achuu beeksiifte.
Waraanni Raashiyaa magaalaa Yuukreen qarqara Galaanaatti argamtuu fi giddu gala Diinagdee kan taate Magaalaa Guddittii Bulchiinsa Oblaasti Keersan sa’aa muraasa dura to’achuu Dubbii Himaan Ministeera Raayyaa Ittisaa biyyattii ibseera.
Keersan magaaloota Yuukreen hanga ammaatti harka Raashiyaa jalatti kufan keessaa magaalaa guddoo ta’uu ishee RTn gabaaseera.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment