Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC) – Paatiriyaarikiin mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii Qulqulluu Abunee Maatiyaas ‘Jecha labsii’ afaanoota garaagaraan hiikkamuun qophaa’an eebbisiisaniiru.
Jechoonni labsii Yaa’ii qajeelchaa lallabaa mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Ityoophiyaan Afaan Oromoo, Tigree fi Afaan Ingiliiziiin hiikkachuun qophaa’e bakka Paatiriyaarikiin mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii Qulqulluu Abunee Maatiyaasii fi dureewwan amantichaa hedduun argamanitti eebbifamuu ragaan tajaajila Miidiyaalee Ortodoksiirraa argame ni agarsiisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.