Qulqullina oomishaalee eegsisuuf hojjetamaa jira jedhame

Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC)- Qulqullina oomishaalee eegsisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Hariiroo Naannawaa  ibseera.

Mootummaan qulqullina oomishaalee eegsisuuf xiyyeeffannoo laatee socho’aa jiraatuus jijjiirramaa barbaaddamee fiduun kan hin danda’aamne ta’uu ibsameera.

Ityoophiyaan waliigaltee daldalaa Ardii Afrikaa hojiirra oolchuuf mallateessitee qulqullina oomishaarratti fedhiin xiyyeeffannoo laachuun hojjechuu ni dabala jedhameera.

Waliigaltee daldalaa Ardii Afrikaa uummata biiliyoona 1.3 hirmaachisuu fi bittaan doolaaraa Ameerikaa Tiriiliyoonni 3 itti raawwatuu hirmaachiisuuf mootummaan qulqullina oomishaaleerratti xiyyeeffannoon hojjetaa jiraachuu ibsameera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment