Qulqulleessitu Ragaa Labsii Yeroo Ariifachiisaa Addagiraat garee Juuntaa ABUT bilisa ba’uu ibse

Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) – Qulqulleessitu Ragaa Labsii Yeroo Ariifachiisaa Addagiraat garee Juuntaa ABUT bilisa ba’uu ibse.

Raayyaan Ittisa Biyyaa har’a ganama tarkaanfii garee Juuntaa ABUT irratti fudhateen magaalaa Addagiraat guutumaatti bilisa baasuu Qulqulleessitu Ragaa Labsii Yeroo Ariifachiisaa beeksiseera.

Raayyaan Ittisa Biyyaa wayita ammaa gara magaalaa Maqalee imalaa jira.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa

Comments (0)
Add Comment