Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa marsaan jalqabaa xumurame

Finfinnee, Adoolessa 5, 2016 (FBC)- Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa barattoota Saayinsii Hawaasummaa xumurameera.

Qormaatichi Adoolessaa 3-5, 2016 kennamaa turuun ni yaadatama.

Yeroo jalqabaatiif oonlaayinii fi waraqaan kennamuun milkaa’inaan xumuramuun ibsameera.

Qormaatichi marsaa 2ffaan, Barattoonni Saayinsii Umamaa Adoolessa 9-11, 2016 kan qoraman ta’uun eerameera.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment