Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa kennamuu eegale

Finfinnee, Adoolessa 19 ,2015 (FBC)–Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa kennamuu eegaleera.

Guyyaa har’a barattoonni Saayinsii Hawaasa qormataa biyyalessaa fudhachaa jiraachuu ragaan Ministeera Barnootaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment