Qorichoonni gatii Birrii miiliyoona 3 ol qaban gara Shireetti ergaman

Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC ) – Ejansiin Dhiyeessa Qorichaa Ityoophiyaa qorichoonni gatii Birrii miiliyoona 3 fi kuma 96 fi 657 qaban gara Shireetti ergamuu beeksiseera.
Qorichoota haadholii fi daa’immanniif oolaan, galteewwan yaalaa, farra bookee busaa akkasumaas qorichoota daranyoo sombaa fi HIV Eedisii yaaluuf gargaaraan ta’uu ibsameera.
Qorichoonni kunneen wayita damee Shiree gahan dhaabbilee fayyaaf akka qoodaman himameera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment