Qorichaalee dandeettii ofiin oomishuun dhimma boruuf dhiifamu miti-Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Qorichaalee dandeettii ofiin oomishuun dhimma boruuf dhiifamu miti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.

Agarsiisaa innooveeshinii fi galteewwan wal’aansa biyyaa keessaa jalqabsiisaniiru.

Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti, galteewwan wal’aansaa fi qorichaalee biyya keessatti oomishuuf, fooyyessa imaammataa taasisuurraa eegalee damichaaf xiyyeeffannan kennameera.

Itiyoophiyaa ummata miiliyoona 120 qabduuf qorichaalee dandeettii ofiin oomishuun dhimma boruuf dhiifamu miti jedhaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo mara waan nu waliin taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment