Qorattoonni idil addnuyaa Paarkii Michummaa daawwatan

Finfinnee, Adoolessa 25, 2016 (FBC) – Qorattoonni idil addnuyaa guyyaa argama Luusii waggaa 50ffaa kabajuuf Itiyoophiyaa dhufan Paarkii Michummaa daawwataniiru.

Qorattoonni idil addnuyaa 200 ol ta’an Kabaja Guyyaa argama Luusii waggaa 50ffaarratti hirmaatan har’a Paarkii Michummaa daawwataniiru.

Qorattoonni kunneen iddoolee ga’umsa Turizimii garaagaraa daawwataniiru jedhame.

Saamu’eel Warqaayyootu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment